Walaloo Harmee - Mother Poems

Walaloo Harmee - Walaloo Haadhaa
SHEGER-SOFT
Tải Walaloo Harmee - Mother Poems APK
Đánh giá 4
Thể loại Sách và Tài liệu tham khảo
Google Play ID com.shegersoft.walaloo_harmee
Lượt tải 5+
Tổng quan Walaloo Harmee - Mother Poems
Haati hunda kyyaaf baay'ee kan faayamtedha, Namni haadha ofii jabeessee ni jaalata. Tarii kanaaf ta'uu danda'a amantii fi hawaasa hunda keessatti namni ijoo kabajamuu qabu yoo jiraate Harmee dha. sana booda abbaa fi firoottan biroo akka ta'e himama. Yeroo tokko tokko haadha kyya jaalala akkamii akka jaalannu ibsuun nu rakkisa, sana booda walaloo miira kyya ibsu barbaanna ta'a. Jaalala Haadhaa Walaloon ibsuun namoota hedduu biratti baay'ee beekamaa fi filatamaa kan ta'eedha. Kanaarraa ka'uun; nutis mosaajii "Walaloo Harmee" Afaan Oromootin qophaaye kan jalqabaa dhiheessinee jirra.

Walaloo Mosaajii kana keessatti argaman keessaa muraasa:

Oolmaa guguddaa qabda
Boqonnaa của dhorkite
Namuummaadha baate
Guddistee nama goote
Gatii Harma keetii
Waa'een isii jabaadha
Jecha sigitu dhabe
Gammachuu koo fudhu
Seenaan kee baay'eedha
Siif anhuu dhugaa kee?
Cuộc tranh cãi về cuộc tranh luận
Ati furtuu jireenyati
Ati Eenyumaan oli
Imimmaanin sirraa haqa
Garaan kee arjaadha
Rakkoo koof rakkatta
Dhibbaaf shan rukuta
Haadha quá hin yaadin
Akeektuu galma kootii
Waanuma quan tâm barreessa

Xem thêm
Tải APK bản Android
Hiện tại tạm không hỗ trợ tải APK của Walaloo Harmee - Mother Poems. Vui lòng tải trên Google Play.
Google Play
Tải trên CH Play
1. Click "Tải trên CH Play"
2. Tải Walaloo Harmee - Mother Poems trên CH Play
3. Khởi động và trải nghiệm Walaloo Harmee - Mother Poems
Câu hỏi thường gặp về APK Walaloo Harmee - Mother Poems

Liệu Walaloo Harmee - Mother Poems có an toàn đối với thiết bị của tôi?

Xem thêm

File XAPK là gì? Nếu file Walaloo Harmee - Mother Poems tôi đã tải về là định dạng XAPK thì sao?

Xem thêm

Tôi có thể chơi Walaloo Harmee - Mother Poems trên PC?

Xem thêm

Hãy tìm thử